Skip to content
Ga’ee Hojii ijoo Manguddoota
- Waldaa karaa hafuuraa geggeessuu
- Hordoftoota amantii jajjabeessuu fi kunuunsuu
- Barsiisa Macaafa Qulqulluu fi qulqullina barsiisa eegu
- Kadhannaa fi tajaajila hafuuraa keessatti hirmaachuu
- Rakkoo fi wal-dhabdee miseensotaa araarsuu
- Qabeenya fi bulchiinsa waldaa irratti itti-gaafatamummaa qabaachuu
- Hojii lallabaa fi misiyoonii deeggaruu
- Hoggantoota fi tajaajiltoota waldaa waliin hojjechuu
- Miseensota haaraa simachuu fi guddina isaanii hordofuu
- Tokkummaa fi nagaa waldaa eegu.