Waldaa Amantootaa Warra Wangeelaa Makaana Yesuus Afaan Oromoo Adaamaa
Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif,ammuma iyyuu itti faradameera.Yoh.318
He that believeth on him is not condemned: but he that believeth not is condemned already, because he hath not believeth in the name of the only begotten son of God. John3:18
Duula lubbuu


Guyyaa galateffannaa addatti namoota shantamaaf waraqaa galata argataniiru. hojii kun bara dhufuu amantoota hundumaan akka hojjetamuus kallattii ka’ameera. Ameen
Toora Sagantaa Waldaa
| T/L | Guyyaa | Sa’aatii |
| 1 | Dilbata | 3:00 – 6:00 |
| 2 | Roobii [Galagala] | 11:30 – 2:00 |
| 3 | Jimaata [Soomaa fi Kadhata] | 2:00 – 4:30 |
WAWWMYAOA






konfiraansii hafuuraa waldattiin waldaa Araara Waaqayyoo Addunyaa walin tahun bitootessa 2016 E.C. qopheesite

wkmaoa@gmail.com

