Gurmuun dhuga baatii waldaa kana bara 2018 baatii onkoloolessaa keessa bifa haaratiin hundeeffamee, hojii dhuga bahumsaa magaala Adaamaa fi naannoo ishee kan akka iddoo lallabaa waldattii Diddibbisaa, Gooroo Kusaa’ee, fi naannoo luugootti wangeela mootummaa waaqayyoo dhalootatti Kristoosiin dhugaa baha jira.

