Tajaajila mucoolii fi dargaggootaa waldaa makaana Yesus Afaan oromoo Adaamaa
0
wmaoa
-

Akkuma macaafni qulqulluun bara dargaggummaa keetitti uumaa kee yaadadhu jedhu, Dargaggoonni waldaa kristaanaa kana yeroo ammaa kana jireenya hafuuraa dammaqaa keessa kan jiranidha. Wa’ee isaanif Waaqaayoon guddifne bayyifnee galateeffachaa! hoji amma itti jirtanitti kana caalaa cimuun hojjedhaan kadhanna keenyaadha.
